エピソード

  • Beyond books: How libraries build and support communities in Australia - Dhiheessii kitaabaa caalaatti: Manneen kitaabaa(libray) Australia hagam hawaasa gabbisaa jira
    2025/06/04
    Australian public libraries are special places. Yes, they let you borrow books for free, but they also offer a wealth of programs and services, also free, and welcome everyone, from tiny babies to older citizens. - Manneen kitaabaa ummataa(Library) Australia iddoo addaati. Eeyyee, kitaabota bilisaan akka ergifattu siif hayyamu, garuu sagantaalee fi tajaajila hedduus ni kennu, akkasumas bilisaan, daa’imman xixiqqoo irraa kaasee hanga lammiilee maanguddooman hunda ni simatu.
    続きを読む 一部表示
    13 分
  • Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa
    2025/05/21
    Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata Dabree kabajamee oole. Haawaasni Oromoo Melbourne bakka heddumminaan argamanitti, Ayyaanni Irreechaa Daandenong bakka tarkaanfii kuma tokko jedhutti kabajame. guyyaa kana ijoolleen, dubartootnii fi abbootiin uccuu aadaan faayamanii kan argaman ture. Ayyaanni Irreechaa kun eebbaan jalqabe, ganna biqiqltuu lafa buusan, abdiin itti eeggatan tahuus abbootiin haasawa godhan dubbataniiru.
    続きを読む 一部表示
    7 分
  • What to expect when taking your child to the emergency department - Yeroo daa’imman waliin gara mana yaalaa kutaa wal'aansa hatattamaa deemtan tartiibi jiru maal
    2025/05/21
    Visiting the emergency department with a sick or injured child can overwhelm parents due to long wait times and stress. Understanding what to expect can help. This episode explores when to go to children's hospital emergency departments in Australia and what to expect upon arrival. - Daa’ima dhibame fudahtanii gara mana yaalaa kutaa balaa hatattamaa(emergency) deemuun hedduu namatti ulfaachuu danda’a. Yeroo dheeraa eeguun, yeroo kam deemuu akka qabdu wal’aaluu, daa’imni kee dhibamtee aruu yaaddoo inni sitti naqu, kun hundi warraaf ulfaataa dha. Qophii kana keessatti achi yeroo geessu maaltu akka tahu ykn tariba jiru maal akka tahe ibsina.
    続きを読む 一部表示
    13 分
  • Irreechi keenya waliin haa kabajannu- obbo Daanyee Dafarshaa
    2025/05/14
    Irreechi Ayyaana waggaa keessatti si'a lama Ummata Oromoo fi saboota jaallattootaa fi mararfattoota Ayyaana Irreechaan kabajama. Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata dhufu kana kabajama jedha, obbo Daanyee Dafarshaa.
    続きを読む 一部表示
    8 分
  • How to recover from floods and storms in Australia - Lolaa bishaanii fi rooba guddaa irraa akkamiin akka dandamatamu
    2025/05/14
    Australia is experiencing more frequent and intense floods and storms. Once the winds calm and the water recedes, how do you return home safely? Experts speak on the essential steps to take after a disaster. - Lolaan bishaanii fi Roobni guddaan yeroo hedduu Australia waan mudatuuf hawaasni deebi’anii irraa dandamatuuf yeroo dheeraa irraa fudhata. Garuu erga lolaan dhaabbateen booda akkamiin qe’ee keetti deebitee, qulqulleeffatta? Balaa kanaan booda tarkaanfilee akkam fudhachuu akka qabdu ibsu ogeeyyiin.
    続きを読む 一部表示
    13 分
  • Bonus Practice: #84 Going for a run (Med) - Shaakala Dabalataae: #84 Fiigichan (Giddu-gala Aaanii)
    2025/05/07
    Practise speaking the dialogue from episode #84 Going for a run (Med). - Afaan wal dubbachuun qophii kana irraa akkaataa waliin dubbannaa barattu. #84 Shaakala dabalaa fiigicha ilaalchisee(Giddu-gala afaanii)
    続きを読む 一部表示
    6 分
  • How far can you legally go to protect yourself from robbery in Australia? - Australia keessatti saamicha irraa of eeguuf seeraan hangam deemuu dandeessa?
    2025/05/07
    In Australia, robbery isn't just theft; it has specific legal definitions and consequences. This episode of Australia Explained podcast explores the types of crimes, including stealing. What does it mean legally? How can you protect yourself? And what support is available if it happens to you? - Australia keessatti, saamichi akka hannaa qofatti hin ilaalamu- garuu hiikkaa seeraa adda tahe kan qabu fi kan itti nama gaafachiisu dha. Qophii Aurstralia Ibsu jedhu kana keessatti gosoota yakkaa, kanneen akka hannaa dabalatee ilaalla. Ija seeraan akkamitti ilaalama? akkamiin of-eeggatta? Gargaarsa akkamtu siif jira? Maaltus si mudatuu mala?
    続きを読む 一部表示
    12 分
  • #85 Going to a hospital emergency department (Med) - #85 Mana yaalaa hatattamaa deemuu (giddu-gala afaanii)
    2025/04/30
    Learn how to ask for medical help when in an emergency department. - Yeroo mana yaalaa hatattamaa deemtan gaaffii akkam gaafachuu akka qabdan barattu. Dhaggeeffattanii odeeffannoo argachuu irra dabree afaanis ni barattu.
    続きを読む 一部表示
    19 分